Mul’ata Abbichuutiin Itoophiyaan simboo horacha jirti !!
Mootummaan Dr. Abiy Ahmediin durfamu Itoophiyaa biyya fakkeenya badhaadhina taate jechaan olitti gochaan lafarrtti hojjete mirkaneesse jira !! Magaala foolii gaarii qabdu kan argaafi dhageettiif nama hawwatu, biyya Afiriikaaf fakkeenya badhaadhina taate ijaaruun danda'amee jira !! Abbichuun gaggeessa yaadama boruu keenya har'a ijaarra jedhuun pirojektoota adda addaan magaalaa Finfinnee misoomsuu, magaalaa qulqulluufi simboo miidhaginaa uffattee akkasumas magaalaa giddugala dinagdee, […]https://hirantube12.wordpress.com/2026/05/03/mulata-abbichuutiin-itoophiyaan-simboo-horacha-jirti-2/
